Job 19:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini imbeekha, aka nami naa kalchu gubbaa jiru, ammalle aka inni guyya muumme d'ufe naa dubbatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu fayyisaan kiyya jiraataa akka ta'ee fi guyyaa dhumaatitti ana oolchee lafa tana irra ol jedhee akka dhaabadhu hin beeka.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka na wodu jiraataa akka te'e, muummee irralle'etti, dhugaa bayiisaaf lafa irra akka dhaabbatu hin beeka.