Job 19:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato d'ukubi nafa kiyya balleesele, anini nafuma kanaani Waaqa arga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoma gogaan kiyya kun nyaattamee dhumellee ani foon kiyya irraa fooyamee akka Rabbiin argu hin beeka.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gogaan kiyya nyaatamee dhumateen duuba te'ulle foon kiyyaan jiraadhee Waaqa akka dhaggu hin addadha.