Job 19:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anumati ila tiyyaani isa arga, nama d'ibiiniti. Waan isani, Nu akamiini isa gaargalchiine jettanifi garaani na laafe. Isani waan naani haalattani barbaadani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kun woma ani arga'aaru; waan biraatii miti; ijuma tiyyatu arga'aara; garaan kiyya guyyaa san guddiftee hawwiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Anumattuu isa dhagga; ani ila tiyyaan isuma dhagga malee, ka dhibi'ii moti. Gadhaan kiyya guyyaa san guddoo dharra'a.