Job 19:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo ammatana goraade sodaad'a; wonti akanatiifi Waaqi gaafa dallane goraadeeni nama balleesa, duuba akasiini aka nama wollaala namati muruu jiru beetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lolli Rabbii waan adabbii guraade'ee fiduuf, akka guraadeen isin hin nyaanne uf eegaa'a murtiin Rabbiillee akka jiru beekaa'a»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
mufiin Waaqaa shallaaga'aan adabamiisa waan fidduuf isin shallaagaa san sodaadha'a; muraalle akka jirtu beeka'a» jedhe.