Job 2:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ayubuni waan jed'eeni, Atini aka nad'eeni woma imbeenne dubbata. Nu dansuma ch'alla Waaqa iraa eeganna? Hameennale ineegannu? Gaargala kana ch'ufa keesa Ayubuni taka woma dubbate Waaqa inhaalanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni garuu, «ati akka dubbartoota yartu'uutitti dubbatte; harka Rabbiitii waan mishaa fudhanneerra; waan badaa qofa hin fudhannuu?» is'iin jedhe. Waan kanniin maraan Iyyoob Rabbiin hin yakkine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iyoob ammoo isi'iin, «Ati akkuma dubartiin gowwaan dubbattu dubbataarta; Waaqi waan dansaa yennaa nuu kennu gammadaan fudhanna; hantuulle hin fudhannuu ree?» jedhe; tana duudii keessatti Iyoob cubbuu hin hunye; hantuulle hin dubbanne.