Job 2:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaalani Ayubuu sadeeni, Elifazi, ka worra Temanitiifi Bildadi, ka lafa Shuhitiifi Sofariini ka lafa Naamathi, aka inni gaargale d'ageennaani woligalani, waan inni keesa jiru gaafachu d'aqani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Goshoonni Iyyoobii sadiinuu waan isa irra gaye kana maraa dhagayanii biyya ufiitii dhufan; isaanillee Eelfaazii biyya Teemaanii, Baldaadoosii biyya Shuha'aa, Soofaarii biyya Naa'ima'aa fa'a turan. Isaanillee isaa gaddu'uu fi jajjabeessu'uuf tokkumma'aan gara isaa dhufu'uuf wolii galan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaaloti Iyoobii sadiin, Eliifaaz nami qachaa Temaanii, Beldaad nami lafa Shu'aahiitii fi Zofaariin nami lafa Naa'imaa waan hamaa Iyoob irra geye kana yennaa dhage'ane, isa woliin gaddiisaa fi isa jajjabeessiisaaf, wolii galanee addee jiranu irraa gara isaa dhufane.