Job 2:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani halkani torbafi guyya torba isaa woliini lafa tatani, gaargala isa gudda kana argani, iraa laalefatani, afaani qabatani ufuma ch'iisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa torbaa fi halkan torbaa isa woliin lafa irra taa'an; dhukkubbiin guddisee waan itti jabaateeruuf isaan keessaa namni tokkollee isatti womaa hin dubbanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan guyyaa torbaa fi halkan torba isa woliin lafa irra tee'ane; rakkoon isaa guddoo akka teete waan dhagganeef, isaan keessaa nami tokkolle wo isatti hin dubbanne.