Job 2:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Sheet'ani waan jed'eeni, Nami waan qabu ch'ufa lubbuuni bitata, atini akasi beeta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seexannillee deebisee Rabbiin «Akkuma gogaan goga'aaf » jedhamu «namni lubbuu ufii oolfachu'uuf jedhee waan qabu maraa kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Seexanni deebisee Mootii Waan Maraatiin, «Inni fayya'a, gogaan isaatuu hin tuqanne; nami fayyaa ifiitiif, waan qabu mara hin kenna.