Job 2:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba AABBO Waaqi waan Sheet'anani jed'e, Yoosi, anini amma isa siti lakisa, ammo labbu ch'alla keesaa imbaasiini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbillee Seexanaan «lubbuu isaa hin tuqin malee kunoo inni si harka jira» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Mootiin Waan Maraa Seexanaan, «Guddoo dansa'a, lubbuu isaa hin ijjeesin malee, akka feete isa godhuu dandeetta» jedhe.