Job 2:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Sheet'ani kae, AABBO Waaqa biraa deeme nafa Ayubu mamadaani qabate haguma gana faanati fuud'e gubbe matati d'aabe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Seexannillee Rabbiin afo'oo deemee Iyyoobiin qeensa miila isaatii jalqabee haga rifeensa mata'aa madaa hama'aan dhaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Seexanni fuula Mootii Waan Maraa duraa bayee deemee, faana miilaa irraa haga gubbaa mata'aatitti madaa hantuu Iyoobitti buuse.