Job 20:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmaani isaa waan inni hiyyeesa iraa hate deebisuu malte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen isaa horii inni hiyyeeyyii jalaa hunnaan saame kaffalu'uuf kadhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ijoolleen isaanii waan abbootiin isaanii hiyyeeyyii irraa saante sossobataa hin deebitti.