Job 20:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
sagaleeni garaa isaa keesati had'oofte, had'a bofaa iti taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
garaa isaa keessatti hadha'atti jijjiirama; akka summii bofaa itti ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
sagaleen isaanii gadhaa isaanii keessatti gara hadha'aatitti hin jijjiiranti; akka hadhaa dhudhuufa'aalle hin teeti.