Job 20:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni hori kara dabaatiini soorate diddifate, Waaqumati waan suni isa diddisise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni hamaan qabeenna nyaate uduu hin jaalanne deebisa. Rabbi waan garaa isaa keessa jiru maraa hin tufsiisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan karra nyaatane hin tufan; Waaqi waan isaan nyaatane akka diddiganu hin godha.