Job 20:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
wonti akanatiifi inni hiyyeesa dabse hiyyoomse, ammalle mana nami d'ibiini jaaratele saame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti kana ta'uuf waan hiyyeessa miidhee fi mana ufii hin ijaarre hunnaan waan fudhateef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan hiyyeeyyii cunqursanee duwwaa hamburanee, mana ifii hin ijaarinille waan fudhataneef tun teete.