Job 20:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo inni haga fed'u nyaate quufele, Waaqi aka male isaati dallane, tontomooni d'ae lafa buusa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoma nyaadheellee hin quufa jedhe; Rabbi lola ufii gudda'aan isa dhaya. balaa ufiillee itti buusa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan nyaatanee yennaa quufanu, Waaqi aarii ifii isaan irratti bobeessee, balaa ifii akka bokkeyaa isaan irratti hin roobisiisa.