Job 20:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan inni olkeyate ch'ufa balleesani; ibidi nami harkaani imbobesiini isaafi worra isaale ch'ufa gubba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qabeenni inni tuulate maruu dukkana jaamaa keessatti jalaa bada; ibidda harki namaa hin qabsiifnetu isa guba; qabeenna mana isaa keessatti hafe maraa hin guba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qabeenni isaanii duudiin dukkana dimmaa keessatti bada; ibiddi hin dhaanne isaan hin guba; waan dunkaana isaanii keessa hafelle muxuq godha.