Job 20:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja Waaqi iti dallanu, mana isaatiifi waan inni qabu ch'ufa lolaani balleesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaafa dheekkamsa Rabbii qabeenni mana isaa maruu akka bisaanii yaa'ee lufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa mufii Waaqaa qabeenni mana isaanii lola'aan hin fudhatama.