Job 20:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
akuma awaara bada. Nami duri isa beekhu, Inni me? jed'e gaafata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni baraa haga bara baraa akka fiindo'ootitti bada; namoonni isa arga'aa turan eessa dhaqe? jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isaan akkuma faalowa ifii hin badan; worri dur isaan dhaggeeru, ‹Isaan meet ree?› hin jedhan.