Job 20:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni akuma oobju dabre, akuma daayya halkani bada, deebiani inargani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka eebju'uutitti waan baduuf hin argamu; akka manaaba halkaniititti bada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka oojju'uu waan badanuuf hin dhaggamanu; akka mudhii halkaniille hin badan.