Job 20:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami duri isaa arge deebie inargu. Fulla duri inni iti galule ind'abani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee jiraatuu sirima waan baduuf; ijji achiin dura isa argite deebitee isa hin argitu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilti tanaan dura isaan dhaggite, deebitee isaan hin dhaggitu; isaan addee le'anu irralle'ee hin badan.