Job 21:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Koromini worraa bara ch'ufa goobde, looni worraleeni, ka insaleesine, aka dansa d'alani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Loon isaanii rakkoo tokko malee horan; sa'ooleen isaaniillee hin dhalan malee gara'aa hin gatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Horiin isaanii rakkoo tokko malee hora; loon isaaniille rimeya gadha'aa hin gatanu.