Job 21:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan Waaqa guddaani jed'u, Nu lakisi nu kara kanke beekhu imfeennu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Rabbiin ‹nu karaa kee beekuu hin feenuu, nu irraa fagaadhu› jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isaan Waaqaan, ‹Nuuti karaa keeti beekuu hin feenu; nu irraa fagaadhu.