Job 21:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini qara maani, ka nu sii hojannu? Yo nu si kad'annu, maani nu baata?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Akka isa Waaqeffannu Waandhi maraa danda'u eennu? yookaan isa yoo kadhanne maal nu fayyada?› jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti akka isa waaqonfannuuf ka waan mara dande'u eennu inni? Isa yoo daadimanne bu'aa maan dhagganna?› jedhan.