Job 21:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'u, Nu irruma teennaani arganna, ammo anini dandae herega worraa suni ee injed'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunoo qabeenni harkuma isaanii keessa jiraamii? gorsi worra cubbama'aa na irraa fago'o; ani marii worra hammeeyyi'ii hin fudhadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qananummaan isaanii harkuma isaanii keessa jirtii motii ree? Maarre ani yaada worra hama'aa hin fudhadhu.