Job 21:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani waan jettani, Waaqi maro wollaala abbaatifi ilmaani d'aana, ammo dubbini sunini akasiniti. Waaqi ha nama wollaala tolche wotolchuti; nami wollaala tolchu ha aka maro wollaala ufiiti gaargala argatu beekhuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Isin ‹Rabbi yakka abbootaatiif ijoollee adaba› jettan. amma mee Rabbi cubbamtoota matama isaaniituu haa adabuu; yoo kana ta'e yakkamtoota ta'uu ufii hin beekan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin ‹Waaqi yakkaa abbooti'iitiif ijoollee hin adaba› jettan; te'uu malee yakkaameyyiin yakkaa ifii akka beekanuuf, isaanunti adabamanuu ti.