Job 21:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi tiyya aka dansa ch'aqasa, aki isaani garaa na jabeesitani ha hagasuma tahuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Dhagayaa'a! jecha kiyya dhagayaa'a! kun jajjabeenna isin naa kennitan haa ta'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Waan ani dubbadhu miidhassa'aa caqasa'a; kun akka na jajjabeesitanetti isiniif laakkowamuu ti.