Job 21:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gari ato fayyaafi jabeenna qabu, quufafi gammada keesa dua, ka nafi isaa gabbinna qabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Namoonni tokko tokko haga dhuma jireenna isaanii uduu rakkoon tokko isaan irra hin geenne hunnaa fi fayyaa uduu qaban;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami gariin adoo hunna qabuu le'iin itti toltee nageyaan adoo jiruu,