Job 21:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani waan jettani, mani namicha gudda kaani meeti, ka duri hameenna tolche?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin, ‹Manni nama gudda'aa sun eessa jira? manni nama hama'aa sun hoo garam?› jettan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin, ‹Manni nama guddaa sanii meet ree? Dunkaaniin worra hama'aa keessa meet ree?› jettan.