Job 21:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya Waaqi namati dallane nama d'aanu, nami lubbu baasani ch'ubbicha ch'alla.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri hammeeyyiin sunniin ‹hennaa balaan dhufu miidhaan isaan irra hin gawu; lolli Rabbii hennaa dhufe jalaa bayan› jedha'aa dubbataniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama hamaa balaan yennaa dhufu miidhaan isa hin dhaqqabu; guyyaa mufii Waaqaalle jalaa hin baya.