Job 21:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami ch'ubbicha himate, waan inni tolche gula gati kennuufi injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama hamaa waan amala badaa isaatiif ka isaan lolu eennu? hujii badaa isaatiif hoo ka isa adabu eennu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama hamaa amala isaa ka isa duratti komatu, hujii hantuu isaatiifille ka isa adabu eennu ree?