Job 21:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nama dubbi maani iraa qaba? Yo anini obsuu baad'e maani nara qabdani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani dhugamaan komii kiyyaa namatti himadhaa? obsa fixachuun kiyya maal nama maalalchiisa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani nama komadhaa ree? Maaf ossa hin dhanne ree?