Job 21:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja anini waan na tolchani heregu, anini aka male nahe holad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani yoo waan kana dhudhumu na naasisa; nafti kiyyallee soda'aan hollata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani waan kana yennaa yaadadhu hin bararaqa; nafi kiyyalle hin hollata.