Job 21:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'ubbichi maanifi lubbu bule jaare hori horata?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Cubbamtoonni maaf lubbu'uun jiraatan? maaf gayanii jaaran? maaf jajjabaata'aa deeman?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri hamaan maaf le'a? Maaf ganna dheeraa le'ee dullooma? maaf hunnaan ittuma jabaataa deema?