Job 21:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi mana worraa imballeesu, worri soda womatu inqabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Manni isaanii amanamee sodaa tokko malee jiraata; uleen Rabbii isaan irra gayee hin beeku.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan mana ifii keessa sodaa malee nageyaan le'an; Waaqi isaan hin adabu.