Job 22:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan Waaqaani jed'e, Nu biraa deemi, Waaqi guddaani, maani dandae nu tolcha?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin ‹Ati nu irraa fagaadhu; Waandhi maraa danda'u maal nuu godhuu danda'a?› jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Waaqa waan mara dande'uun, ‹Nu irraa fagaadhu; maan nuu godhuu dandeetta?› jedhane.