Job 22:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nami worra horsiise Waaquma. Anini herega worra ch'ubbuu dandae inhubad'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi garuu mana isaanii waan misha'aan guute; kanaafuu gorsa cubbamtootaa hin fudhadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee isumattuu mana isaanii waan dansa'aan guute; tanaaf ani yaada worra hama'aa hin fudhadhu.