Job 22:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan ch'ubbichi qabu ch'ufa imballeesani, waan hafele ch'ufa ibidati guba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Dhugamaan diintonni teenna badaniiran; qabeenni isaaniillee ibiddaan gubate.›
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Dhuguma diinni keenna badeera; waan isaan irraa hafelle ibiddi fixeera› jedhan.