Job 22:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo atini ufi diqeesite Waaqati deebite, hameenna worra kanke keesa jiru ch'ufa keesaa baafte,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo gara Waaqa maraa danda'uu deebitee gad uf deebifte; cubbuu mana kee irraa yoo fageessite;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati gara Waaqa waan mara dande'uu yoo deebite, akka duriititti hin deebita; hammeenna dunkaanii teeti keessaa yoo fageessite,