Job 22:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini ato d'ugale gula deemte, d'ugaani sunini Waaqa guddaa wobaati? Yokhaani ato atini nama dansale taate, dansumti sunini isaa qarqaarsa taati?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hujiin kee mishaan hoo Waaqa waa maraa danda'u hin gammachiisaa? Karaa kee qajeelfachuun maal isa fayyada?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati balchaa yoo teete, balchummaan teeti Waaqa waan mara dande'u maan gammachiitti? Karaan keeti ka komii hin qanne yoo te'e, inni woy dhaggataa ree?