Job 22:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo atini ch'ubbu inqamne waan d'uga tolchite, inni si baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati yoo nama onnee qajeela'aa taate; Rabbi waan hamaa maraa irraa si eega; harki keellee yoo yakka irraa qulqullaaye; Rabbi si oolcha»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababa ati yakkaa hin qanneef, Waaqi worra yakkaameyyi'iiyyuu adabbii jalaa hin baasa» jedhe.