Job 22:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini nama dad'abi qabu bisaani d'owatte, ka beela qabule sagale d'owatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama beelayaa fi dheebu'uun dadhabe; midhaanii fi bisaan dhooggatte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati worra dheebotee dadhabeef bisaan hin kennine; worra beelowelle sagalee dhooggatteerta.