Job 22:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
atini haad'a hiyyeesa qarqaaru didde, ammalle ilmaani hiyyeeyile dabsite, waan isii saamte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubartoota abbaan worraa isaanii jalaa du'e harka duwwaa geegessite; Ijoollee abba'aa fi haadha hin qabne waan isaan qaban jalaa balleessiteerta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haadhotii hiyyeessaa harka duwwaa gad lakkitteerta; ijoollee haadhaa fi abbaa hin qanneelle cunqursiteerta.