Job 23:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Waaqi ejata kiyya ch'ufa imbeekha. Hojja inni na ilaalu anini aka worqi qulqulleesani iti fakaad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni deemsa kiyya maraa hin beeka; yoo na qoratellee ka akka worqi'ii qulqullaayeeru na arga.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ammoo karaa ani deemu mara hin beeka; yennaa inni haga na ilaalu akka worqi'ii qulqulluu te'eeruun na dhagga.