Job 23:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini hojja ch'ufa seera isaa guute, fed'i tiyya lakise ta isaa tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ajaja isaa keessaa hin baane; dubbii isaallee garaa kiyya keessatti eegeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ajaja afaan isaatii bawu irraa, ani hin fagaanne; jecha isaalle gadhaa kiyyatti qabadheera.