Job 23:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan naa herege inguuta; herega suni malele inni herega heddu d'ibi qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan na irratti karoorse maraa hin raawwata; karoora kana fakkaatu baay'ee qaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni waan naaf yaade mara hin muummessa; wonni hedduun akkasii qalbii isaa keessa jirti.