Job 23:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nama d'ugaati; dandae waan kiyya Waaqati himad'a; inni dubbi tiyya qore, d'uga naa mura.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achitti namni qajeelaan isaan wol morma; Rabbi abbaan murti'ii kiyya baraa haga bara baraa bilisa na baasa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achitti nami qajeelaan haajaa ifii Waaqa duratti dhikeeffata; Waaqi abbaan mura'aa kiyyalle haga bara baraa bilisa na hin baasa.