Job 24:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi guddaani maafi guyya qorsumma intolchini? Nami isa beekhu maafi guyya suni barbaade d'aba?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Baroonni Waaqa maraa danda'u jalaa waan hin dhokanneef, worri isa beekan maaf ji'oota hin argine?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Waaqi waan mara dande'u guyyaa mura'aa maaf hin murteessin? Worri isa beekanu guyyaa mura'aa san maaf hin dhaggin?