Job 24:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hiyyeeyiini woya d'abde qulla yaate, ka woma garaa inqamne mid'aani biyya galchiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hiyyeeyyii uffata malee huji'itti bobbaasan; ji'oota haama'aa beelaan akka qixiraa baadhatan godhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hiyyeeyyiin woyaa malee qullaa ifii deeman; isaan laddee hin ba'atan ammoo hin beelowan.