Job 24:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri mid'aani ejersa d'ad'a keesaa baase, mid'aani zabibule daad'i keesa baasa, ka ufiftu d'eebu injirre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhaaba woyini'ii ka worra hammeeyyi'ii keessaa muka ejersaa irraa dhadhaa ejersaa baasan; hurbuu woyini'ii irraa daadhii woyini'ii naqan; isaan garuu hin dheebotan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tarree fichaa worra hamoole'ee oddu'utti zayitii ejersaa hin cunfan; unkuruura woyni'ii irralle'ee daadhii woyni'ii hin cunfan; isaan ammoo hin dheebotan.