Job 24:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dira keesati nami mada qabuufi ka duu jiru iyye qarqaarsa kad'ata, ammo Waaqi kad'acha suni ind'agayu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qacha'aa fi manniin ufii keessaallee hin ari'aman; lubbuun ijoolle'ee gargaarsa barbaaddee iyyiti, Rabbi garuu dhiibbaa isaan irratti godhan san hin laalle.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachoota gugurdaa keessaa worri du'u hin aadan; worri madowanelle qarqaaramiisaaf hin iyyan; Waaqi ammoo daadimata isaanii hin caqanne.